LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 5:13-16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Daawit Kebroonii erga dhufee booda Yerusaalem keessatti saajjatootaa+ fi haadhotii manaa dabalataa ni fuudhe; ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaa dabalataas ni dhalche.+ 14 Ilmaan inni Yerusaalem keessatti dhalche kanneen kana dha: Shaamuʼaa, Shoobaab, Naataan,+ Solomoon,+ 15 Yibhaar, Elishuʼaa, Nefeeg, Yaafiʼaa, 16 Elishaamaa, Eliyaadaa fi Elifeelet.

  • 1 Seenaa Baraa 14:3-7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Daawit Yerusaalem keessatti haadhotii manaa dabalataa ni fuudhe;+ ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaa dabalataas ni dhalche.+ 4 Ijoolleen inni Yerusaalem keessatti dhalche kanneen kana turan:+ Shaamuʼaa, Shoobaab, Naataanii+ fi Solomoon;+ 5 Yibhaar, Elishuʼaa, Elpaalet, 6 Nogaa, Nefeeg, Yaafiʼaa, 7 Elishaamaa, Beʼelyaadaa fi Elifeelet.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi