LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Seenaa Baraa 3:5-9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Warri inni Yerusaalem keessatti dhalche kanneen kana turan:+ Shimeʼaa, Shoobaab, Naataanii+ fi Solomoon;+ haati ilmaan arfan kanaa Baat Sheebaa+ ishii intala Amiʼel taate turte. 6 Ilmaan isaa kan biroon salgan immoo, Yibhaar, Elishaamaa, Elifeelet, 7 Nogaa, Nefeeg, Yaafiʼaa, 8 Elishaamaa, Eliyaadaa fi Elifeelet turan. 9 Ilmaan saajjatoota isaa utuu hin dabalatin, kanneen kun hundi ilmaan Daawit turan; obboleettiin isaaniis Taamaar+ turte.

  • 1 Seenaa Baraa 14:3-7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Daawit Yerusaalem keessatti haadhotii manaa dabalataa ni fuudhe;+ ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaa dabalataas ni dhalche.+ 4 Ijoolleen inni Yerusaalem keessatti dhalche kanneen kana turan:+ Shaamuʼaa, Shoobaab, Naataanii+ fi Solomoon;+ 5 Yibhaar, Elishuʼaa, Elpaalet, 6 Nogaa, Nefeeg, Yaafiʼaa, 7 Elishaamaa, Beʼelyaadaa fi Elifeelet.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi