LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 11:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Latiin+ gufuu Issey+ keessaa ni baʼa,

      Wanti hidda+ isaa irraa biqilus firii ni godhata.

  • Isaayyaas 53:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Inni akkuma latii+ isa* dura jiruutti, akkuma hidda lafa gogaa keessaa baʼeetti ni dhufa.

      Inni dhaabbii nama hawwatus taʼe simboo hin qabu;+

      Yommuu isa arginettis bifti isaa ofitti nu hin harkisne.*

  • Ermiyaas 33:15, 16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Bara sanattii fi yeroo sanatti latii* qajeelaan tokko Daawitiif akka latu nan godha;+ innis biyyattii keessatti haqaa fi qajeelummaa ni fida.+ 16 Bara sanatti Yihudaan ni oolti;+ Yerusaalemis tasgabbiidhaan ni jiraatti.+ Maqaan ishiin ittiin waamamtus, “Yihowaan Qajeelummaa Keenya Dha” kan jedhu taʼa.’”+

  • Zakkaariyaas 3:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 “‘Yaa Iyyaasuu Luba Ol Aanaa, maaloo dhagaʼi, michoonni kee warri si dura taaʼanis haa dhagaʼan; sababiin isaas, namoonni kun akka mallattootti tajaajilu; kunoo, ani Latii+ isa tajaajilaa koo taʼe nan fida!+

  • Maatewos 2:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Wanti karaa raajotaa, “Nama biyya Naazireet*+ jedhamee waamama” jedhamee dubbatame akka raawwatamuuf, gara magaalaa Naazireet+ jedhamtu dhufee achi jiraachuu jalqabe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi