Isaayyaas 53:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Inni akkuma latii+ isa* dura jiruutti, akkuma hidda lafa gogaa keessaa baʼeetti ni dhufa. Inni dhaabbii nama hawwatus taʼe simboo hin qabu;+Yommuu isa arginettis bifti isaa ofitti nu hin harkisne.* Zakkaariyaas 6:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Akkana isaan jedhi: “‘Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Namichi maqaan isaa Latii jedhamu isa kana.+ Inni iddoo isaatii ni lata; mana qulqullummaa Yihowaas ni ijaara.+ Mulʼata 22:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 “‘Ani Yesuus faayidaa gumiiwwaniitiif jedhee waaʼee wantoota kanaa isiniif dhugaa baʼuuf maleekaa koo ergeera. Ani hiddaa fi sanyii Daawiti;+ akkasumas bakkalcha+ ifa guddaa qabu dha.’”
2 Inni akkuma latii+ isa* dura jiruutti, akkuma hidda lafa gogaa keessaa baʼeetti ni dhufa. Inni dhaabbii nama hawwatus taʼe simboo hin qabu;+Yommuu isa arginettis bifti isaa ofitti nu hin harkisne.*
12 Akkana isaan jedhi: “‘Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Namichi maqaan isaa Latii jedhamu isa kana.+ Inni iddoo isaatii ni lata; mana qulqullummaa Yihowaas ni ijaara.+
16 “‘Ani Yesuus faayidaa gumiiwwaniitiif jedhee waaʼee wantoota kanaa isiniif dhugaa baʼuuf maleekaa koo ergeera. Ani hiddaa fi sanyii Daawiti;+ akkasumas bakkalcha+ ifa guddaa qabu dha.’”