LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 11:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Latiin+ gufuu Issey+ keessaa ni baʼa,

      Wanti hidda+ isaa irraa biqilus firii ni godhata.

  • Isaayyaas 11:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Guyyaa sanatti hiddi Issey+ sabootaaf mallattoo*+ taʼee dhaabbata.

      Saboonnis qajeelfama argachuuf gara isaatti garagalu,*+

      Bakki boqonnaa isaas ulfina qabeessa ni taʼa.

  • Isaayyaas 53:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Inni akkuma latii+ isa* dura jiruutti, akkuma hidda lafa gogaa keessaa baʼeetti ni dhufa.

      Inni dhaabbii nama hawwatus taʼe simboo hin qabu;+

      Yommuu isa arginettis bifti isaa ofitti nu hin harkisne.*

  • Ermiyaas 23:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Yihowaan akkana jedha: “Kunoo, guyyaan ani Daawitiif latii* qajeelaa itti kaasu ni dhufa.+ Mootiin ni bulcha;+ inni hubannaa ni argisiisa; biyyattii keessattis haqaa fi qajeelummaa ni raawwachiisa.+

  • Ermiyaas 33:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Bara sanattii fi yeroo sanatti latii* qajeelaan tokko Daawitiif akka latu nan godha;+ innis biyyattii keessatti haqaa fi qajeelummaa ni fida.+

  • Mulʼata 5:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Haa taʼu malee, jaarsolii sana keessaa inni tokko, “Hin booʼin. Kunoo, Leenci gosa Yihudaa,+ hiddi+ Daawit,+ maraa kitaabaa kana hiikuu fi chaappaawwan isaa torban banuuf injifateera”+ naan jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi