Roomaa 15:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Isaayyaasis, “Hiddi Issey+ inni saboota bulchuuf kaʼu ni mulʼata;+ saboonnis abdii isaanii isa irra ni kaaʼatu”+ jedheera. Mulʼata 22:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 “‘Ani Yesuus faayidaa gumiiwwaniitiif jedhee waaʼee wantoota kanaa isiniif dhugaa baʼuuf maleekaa koo ergeera. Ani hiddaa fi sanyii Daawiti;+ akkasumas bakkalcha+ ifa guddaa qabu dha.’”
12 Isaayyaasis, “Hiddi Issey+ inni saboota bulchuuf kaʼu ni mulʼata;+ saboonnis abdii isaanii isa irra ni kaaʼatu”+ jedheera.
16 “‘Ani Yesuus faayidaa gumiiwwaniitiif jedhee waaʼee wantoota kanaa isiniif dhugaa baʼuuf maleekaa koo ergeera. Ani hiddaa fi sanyii Daawiti;+ akkasumas bakkalcha+ ifa guddaa qabu dha.’”