Maatewos 24:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Yeroo sanatti mallattoon Ilma namaa+ samii irratti ni mulʼata; gosoonni lafa irraa hundi gaddaan qoma isaanii ni rurrukutu;+ isaan Ilmi namaa humnaa fi ulfina guddaadhaan duumessa samiitiin yommuu dhufu ni argu.+ Luqaas 21:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Yeroo sanatti Ilmi namaa+ humnaa fi ulfina guddaadhaan duumessa samiitiin yommuu dhufu ni argu.+ Yohaannis 3:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Kana malees, Ilma namaa isa samii irraa gad buʼe+ malee, namni gara samiitti ol baʼe tokko illee hin jiru.+ Hojii Ergamootaa 7:56 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 56 achiis, “Kunoo, ani samiiwwan banamanii, Ilmi namaas+ mirga Waaqayyoo dhaabbatee nan arga”+ jedhe. Mulʼata 14:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Achiis nan arge, kunoo, duumessi adiin tokko jira ture; duumessicha irras ilma namaa+ kan fakkaatu tokko taaʼeera; inni gonfoo warqii mataa isaa irra kaaʼatee, haamtuu qaramaas harka isaatti qabatee ture.
30 Yeroo sanatti mallattoon Ilma namaa+ samii irratti ni mulʼata; gosoonni lafa irraa hundi gaddaan qoma isaanii ni rurrukutu;+ isaan Ilmi namaa humnaa fi ulfina guddaadhaan duumessa samiitiin yommuu dhufu ni argu.+
13 Kana malees, Ilma namaa isa samii irraa gad buʼe+ malee, namni gara samiitti ol baʼe tokko illee hin jiru.+
56 achiis, “Kunoo, ani samiiwwan banamanii, Ilmi namaas+ mirga Waaqayyoo dhaabbatee nan arga”+ jedhe.
14 Achiis nan arge, kunoo, duumessi adiin tokko jira ture; duumessicha irras ilma namaa+ kan fakkaatu tokko taaʼeera; inni gonfoo warqii mataa isaa irra kaaʼatee, haamtuu qaramaas harka isaatti qabatee ture.