LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 26:64
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 64 Yesuusis akkana isaan jedhe: “Atumti iyyuu jette kaa. Ani garuu isinitti nan hima, ammaa jalqabee Ilmi namaa+ mirga isa humna qabeessa sanaa taaʼee,+ duumessa samiitiin yommuu dhufu ni argitu.”+

  • Maarqos 13:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Yeroo sanatti Ilmi namaa+ humnaa fi ulfina guddaadhaan duumessa samiitiin yommuu dhufu ni argu.+

  • Luqaas 21:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Yeroo sanatti Ilmi namaa+ humnaa fi ulfina guddaadhaan duumessa samiitiin yommuu dhufu ni argu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi