LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 24:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Yeroo sanatti mallattoon Ilma namaa+ samii irratti ni mulʼata; gosoonni lafa irraa hundi gaddaan qoma isaanii ni rurrukutu;+ isaan Ilmi namaa humnaa fi ulfina guddaadhaan duumessa samiitiin yommuu dhufu ni argu.+

  • Maarqos 13:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Yeroo sanatti Ilmi namaa+ humnaa fi ulfina guddaadhaan duumessa samiitiin yommuu dhufu ni argu.+

  • Mulʼata 1:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Kunoo, inni duumessaa wajjin ni dhufa,+ ijji hundinuu isa ni arga, warri isa waraananis isa ni argu; gosoonni lafa irraa hundinuu sababii isaatiin gaddaan qoma isaanii ni rurrukutu.+ Eeyyee, Ameen.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi