Mulʼata 1:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Kunoo, inni duumessaa wajjin ni dhufa,+ ijji hundinuu isa ni arga, warri isa waraananis isa ni argu; gosoonni lafa irraa hundinuu sababii isaatiin gaddaan qoma isaanii ni rurrukutu.+ Eeyyee, Ameen.
7 Kunoo, inni duumessaa wajjin ni dhufa,+ ijji hundinuu isa ni arga, warri isa waraananis isa ni argu; gosoonni lafa irraa hundinuu sababii isaatiin gaddaan qoma isaanii ni rurrukutu.+ Eeyyee, Ameen.