Maatewos 24:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Yeroo sanatti mallattoon Ilma namaa+ samii irratti ni mulʼata; gosoonni lafa irraa hundi gaddaan qoma isaanii ni rurrukutu;+ isaan Ilmi namaa humnaa fi ulfina guddaadhaan duumessa samiitiin yommuu dhufu ni argu.+
30 Yeroo sanatti mallattoon Ilma namaa+ samii irratti ni mulʼata; gosoonni lafa irraa hundi gaddaan qoma isaanii ni rurrukutu;+ isaan Ilmi namaa humnaa fi ulfina guddaadhaan duumessa samiitiin yommuu dhufu ni argu.+