LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 2:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 “Ani Xiyoon+ isa gaara koo isa qulqulluu taʼe irratti,

      Mootii koo muudeera”+ jedha.

  • Faarfannaa 110:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 110 Yihowaan Gooftaa kootiin,

      “Diinota kee ejjeta miila keetii hamman siif godhutti+

      Mirga koo taaʼi”+ jedheera.

       2 Yihowaan, “Diinota kee gidduutti bulchi”+ jedhee,

      Ulee mootii aangoo kee argisiisu Xiyoon keessaa ni hiixata.

  • Maatewos 28:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Yesuus isaanitti dhihaatee akkana isaaniin jedhe: “Samii fi lafa irratti aangoon hundi anaaf kennameera.+

  • 1 Qorontos 15:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Sababiin isaas, inni hanga Waaqayyo diinota isaa hunda miila isaa jala godhutti mootii taʼee bulchuu qaba.+

  • Efesoon 1:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Kana malees, wantoonni hundi miila isaa jalatti akka isaaf bitamanii+ fi gumichaa wajjin haala wal qabateen wanta hundumaa irratti mataa akka taʼu isa godheera;+

  • Mulʼata 3:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Akkuma ani injifadhee Abbaa koo wajjin teessoo isaa irra taaʼe,+ inni injifatu+ anaa wajjin teessoo koo irra akka taaʼu isaaf nan heyyama.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi