Maatewos 28:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Yesuus isaanitti dhihaatee akkana isaaniin jedhe: “Samii fi lafa irratti aangoon hundi anaaf kennameera.+ Efesoon 5:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 sababiin isaas, akkuma Kiristoos gumichaaf mataa taʼe, abbaan manaas mataa haadha manaa isaa ti;+ Kiristoos gumicha isa qaama isaa taʼeef fayyisaa dha. Qolosaayis 1:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 inni mataa qaamichaa, jechuunis mataa gumichaa ti.+ Inni isa jalqabaa ti, warra duʼan keessaas angafa dha;+ kunis kan taʼe inni wanta hundumaatiin isa jalqabaa akka taʼuufi;
18 Yesuus isaanitti dhihaatee akkana isaaniin jedhe: “Samii fi lafa irratti aangoon hundi anaaf kennameera.+
23 sababiin isaas, akkuma Kiristoos gumichaaf mataa taʼe, abbaan manaas mataa haadha manaa isaa ti;+ Kiristoos gumicha isa qaama isaa taʼeef fayyisaa dha.
18 inni mataa qaamichaa, jechuunis mataa gumichaa ti.+ Inni isa jalqabaa ti, warra duʼan keessaas angafa dha;+ kunis kan taʼe inni wanta hundumaatiin isa jalqabaa akka taʼuufi;