Efesoon 1:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Kana malees, wantoonni hundi miila isaa jalatti akka isaaf bitamanii+ fi gumichaa wajjin haala wal qabateen wanta hundumaa irratti mataa akka taʼu isa godheera;+
22 Kana malees, wantoonni hundi miila isaa jalatti akka isaaf bitamanii+ fi gumichaa wajjin haala wal qabateen wanta hundumaa irratti mataa akka taʼu isa godheera;+