LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 2:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 “Ani Xiyoon+ isa gaara koo isa qulqulluu taʼe irratti,

      Mootii koo muudeera”+ jedha.

  • Faarfannaa 2:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Na gaafadhu, anis saboota dhaala kee,

      Andaara lafaas qabeenya kee godhee siif nan kenna.+

  • Daaniʼel 7:13, 14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 “Anis mulʼata halkan natti dhufe sana ilaaluu koo ittan fufe; kunoo, ilma namaa+ kan fakkaatu tokko duumessa samii wajjin ni dhufe; innis gara Isa Bara Dheeraa Jiraate+ sanaatti akka seenu isaaf ni heyyamame; isaanis isa duratti isa dhiheessan. 14 Achiis uummanni, saboonnii fi namoonni qooqa garaa garaa dubbatan hundi akka isa tajaajilaniif, bulchiinsi,+ ulfinnii+ fi mootummaan isaaf ni kenname.+ Bulchiinsi isaa bulchiinsa bara baraa ti, hin darbus; mootummaan isaas hin balleeffamu.+

  • Luqaas 22:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 akkuma Abbaan koo anaa wajjin kakuu gale, anis isinii wajjin kakuu mootummaa nan gala;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi