2 Amma immoo dhuma guyyoota kanaatti karaa Ilma isaa+ isa dhaaltuu wanta hundumaa+ godhee muudee fi sirnoota* adda addaa karaa isaa uume+ sanaa nutti dubbate.
15 Maleekaan inni torbaffaan malakata isaa afuufe.+ Samii keessaa sagaleewwan guguddaan, “Mootummaan addunyaa, Mootummaa Gooftaa keenyaa+ fi Mootummaa Kiristoos+ ni taʼe; inni baraa hamma bara baraatti mootii taʼee ni bulcha”+ jedhan ni dhagaʼaman.