-
Faarfannaa 2:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Na gaafadhu, anis saboota dhaala kee,
Andaara lafaas qabeenya kee godhee siif nan kenna.+
-
-
Daaniʼel 2:35Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
35 Yeroo sanatti sibiilli, supheen, sibiilli diimaan, meetiinii fi warqiin sun hundi caccabee akkuma habaqii oobdii bonaa irra jiruu ni taʼe; bubbeen haxaaʼee waan isaan fudhateef, isaan keessaa wanti tokko illee hin hafne. Dhagaan siidaa sana rukute garuu gaara guddaa taʼe; guutummaa lafaas ni uwwise.
-
-
Zakkaariyaas 9:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Ani Efreem irraa gaarii fardaa waraanaa,
Yerusaalem irraas farda nan fuudha.
Iddaan waraanaa ni fudhatama.
-