- 
	                        
            
            Mulʼata 7:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
9 Kana booda nan arge, kunoo, tuutni uummataa guddaan eenyu iyyuu lakkaaʼuu hin dandeenyee fi saba hundumaa keessaa, gosa hundumaa keessaa, nama hundumaa keessaa fi qooqa hundumaa keessaa dhufan,+ uffata aʼadii uffatanii+ teessichaa fi Hoolicha dura dhaabbatanii turan; isaan damee muka meexxii harka isaaniitti qabatanii turan.+
 
 -