Isaayyaas 2:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Guyyoota dhumaatti,Gaarri mana YihowaaFiixee gaarotaa gararraatti jabaatee ni dhaabbata,+Tabbawwanii olittis ol ni kaafama,Saboonni hundis gara isaatti ni yaaʼu.+ Mulʼata 15:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Yaa Yihowaa,* ati qofti amanamaa waan taateef,+ dhuguma kan si hin sodaannee fi maqaa keetiif ulfina hin kennine eenyu? Labsiiwwan kee warri qajeeloon waan mulʼifamaniif, saboonni hundi dhufanii si duratti waaqeffatu.”+
2 Guyyoota dhumaatti,Gaarri mana YihowaaFiixee gaarotaa gararraatti jabaatee ni dhaabbata,+Tabbawwanii olittis ol ni kaafama,Saboonni hundis gara isaatti ni yaaʼu.+
4 Yaa Yihowaa,* ati qofti amanamaa waan taateef,+ dhuguma kan si hin sodaannee fi maqaa keetiif ulfina hin kennine eenyu? Labsiiwwan kee warri qajeeloon waan mulʼifamaniif, saboonni hundi dhufanii si duratti waaqeffatu.”+