LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 1:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Wanti hundi karaa isaa taʼe;+ wanta taʼe keessaas isa malee wanti taʼe tokko illee hin jiru.

  • 1 Qorontos 8:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 nuuf garuu Waaqa tokkicha+ isa Abbaa+ keenya taʼe, isa wantoonni hundi biraa argamanii fi nutis kan isaa taane qofatu jira;+ akkasumas, Gooftaa tokkicha isa wantoonni hundi karaa isaa argamanii+ fi nutis karaa isaa argamne Yesuus Kiristoos qofatu jira.

  • Qolosaayis 1:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 sababiin isaas, wantoonni samii keessa jiranii fi lafa irra jiran kaan hundi, wantoonni mulʼatanii fi wantoonni hin mulʼanne,+ teessoowwanis taʼan gooftummaan, mootummoonnis taʼan aangoon hundi karaa isaa uumaman. Wantoonni kaan hundi karaa isaa+ fi isaaf uumaman.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi