38 Haa taʼu malee, finciltootaa fi warra ana irratti balleessaa raawwatan isin gidduudhaa nan balleessa.+ Biyya namoota biyya ormaa taʼanii keessa jiraatan keessaa isaan nan baasa; taʼus isaan gara biyya Israaʼelitti hin seenan;+ isinis ani Yihowaa taʼuu koo dhugumaan ni hubattu.’