-
1 Mootota 9:6, 7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Haa taʼu malee, isinii fi ilmaan keessan ana duukaa buʼuu irraa yoo garagaltan, ajajawwan koo fi dambiiwwan koo warra ani isin dura kaaʼe eeguu yoo dhiistan, dhaqxaniis waaqolii kan biroo yoo tajaajiltanii fi yoo isaaniif sagaddan,+ 7 biyya ani isaaniif kenne irraa Israaʼeliin nan balleessa;+ mana ani maqaa kootiif qulqulleesse kanas ija koo duraa nan gata;+ Israaʼelis saba hundumaa gidduutti kan tuffatamtuu* fi kan itti qoosamu ni taati.+
-