Keessa Deebii 28:37 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 37 Saba Yihowaan itti si ergu hundumaa gidduutti, wanti si irra gaʼe isaan sodaachisa; isaan si tuffatu,* sitti qoosus.+ Faarfannaa 44:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Saboota gidduutti warra tuffataman,*+Wanta namoonni mataa itti raasan nu goote.
37 Saba Yihowaan itti si ergu hundumaa gidduutti, wanti si irra gaʼe isaan sodaachisa; isaan si tuffatu,* sitti qoosus.+