- 
	                        
            
            Anbaaqom 2:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
Wanta inni karaa koo dubbatu beekuuf,
Akkasumas yommuun adabamu deebii akkamii akkan kennu hubachuuf dammaqinaan nan hordofa.
 
 -