LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 21:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Achiis akkana jedhee akka leencaatti iyye:

      “Yaa Yihowaa, ani yeroo hundumaa guyyaa guyyaa masaraa eegumsaa irra nan dhaabbadha,

      Galgala galgalas iddoon itti eegu irra nan ijaajja.+

  • Isaayyaas 62:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Yaa Yerusaalem, ani dallaawwan kee irratti waardiyyoota muudeera.

      Isaan guyyaa guutuu fi halkan guutuu yeroo hundumaa calluma jechuu hin qaban.

      Isin warri waaʼee Yihowaa dubbattan,

      Hin boqotinaa,

  • Ermiyaas 6:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 “Waardiyyoota nan muude,+

      Waardiyyoonni kunis, ‘Sagalee xurumbaa dhagaʼaa!’ isaaniin jedhan.”+

      Isaan garuu, “Hin dhageenyu” jedhan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi