29 “Rakkina guyyoota sanaa booda yeruma sana aduun ni dukkanoofti,+ addeessis ifa ishii hin kennitu, urjiileen samii irraa ni kukkufu, humnoonni samiis ni raafamu.+
24 “Haa taʼu malee guyyoota sanatti, rakkina sana booda aduun ni dukkanoofti, addeessis ifa ishii hin kennitu,+25 urjiileen samii irraa ni kukkufu, humnoonni samii keessa jiranis ni raafamu.