LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 37:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Yeroo muraasaaf qofa malee, namoonni hamoon hin jiraatan;+

      Bakka isaan turan ni ilaalta,

      Isaan garuu achitti hin argaman.+

  • Isaayyaas 13:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Biyyattii bakka sodaachisaa gochuuf,+

      Cubbamoota biyyattiis ishii keessaa balleessuuf,

      Kunoo, guyyaan Yihowaa

      Aarii fi dheekkamsa bobaʼuun gara jabinaan dhufaa jira.

  • Sefaaniyaa 1:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Guyyaa dheekkamsa Yihowaatti meetiin isaaniis taʼe warqiin isaanii isaan oolchuu hin dandaʼu;+

      Guutummaan lafaa ibidda hinaaffaa isaatiin ni gubatti,+

      Inni jiraattota lafaa hundumaa irratti badiisa, eeyyee, badiisa suukanneessaa taʼe ni fida.”+

  • Mulʼata 6:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Samiin akka maraa kitaabaa maramaa jiruutti iddoo isaatii ni kaʼe;+ gaaronni hundii fi odolawwan hundis iddoo isaaniitii ni buqqifaman.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi