-
1 Saamuʼel 25:39Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
39 Daawit Naabaal akka duʼe yommuu dhagaʼu, “Yihowaan inni arrabsoo Naabaal+ irraa na irra gaʼeef naaf falmee+ fi ani tajaajilaan isaa wanta hamaa akkamii iyyuu akkan hin raawwanne na eege+ haa jajamu; Yihowaan hammina Naabaal mataa isaa irratti deebiseera!” jedhe. Achiis Daawit Abigaayil haadha manaa isaa akka taatu gaafachuuf dhaamsa ishiitti ergate.
-
-
Faarfannaa 52:4, 5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Yaa arraba gowwoomsituu taate nana,
Ati dubbii nama miidhu hundumaa ni jaallatta!
-