1 Saamuʼel 25:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Naabaal akkana jedhee tajaajiltoota Daawitiif deebise: “Daawit eenyu? Ilmi Issey kun eenyu? Yeroo harʼaatti tajaajiltoonni gooftolii isaanii jalaa baqatanii badan hedduu dha.+ 1 Saamuʼel 25:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Yeroo kanatti tajaajiltoota Naabaal keessaa tokko akkana jedhee Abigaayil haadha manaa Naabaalitti hime: “Kunoo, Daawit lafa onaa keessaa gooftaa keenya nagaa gaafachuuf ergamtoota isaa ergee ture; inni garuu itti iyyee isaan arrabse.+
10 Naabaal akkana jedhee tajaajiltoota Daawitiif deebise: “Daawit eenyu? Ilmi Issey kun eenyu? Yeroo harʼaatti tajaajiltoonni gooftolii isaanii jalaa baqatanii badan hedduu dha.+
14 Yeroo kanatti tajaajiltoota Naabaal keessaa tokko akkana jedhee Abigaayil haadha manaa Naabaalitti hime: “Kunoo, Daawit lafa onaa keessaa gooftaa keenya nagaa gaafachuuf ergamtoota isaa ergee ture; inni garuu itti iyyee isaan arrabse.+