LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yooʼel 2:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Sana booda ani foon hundumaa irratti hafuura koo nan dhangalaasa,+

      Ijoolleen dhiiraa fi ijoolleen durbaa keessan raajii ni dubbatu,

      Maanguddoonni keessan abjuu ni abjuʼatu,

      Dargaggoonni keessanis mulʼata ni argu.+

  • Yohaannis 14:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Ani Abbaa nan kadhadha, innis bara baraaf akka isinii wajjin jiraatuuf gargaaraa* kan biraa isiniif ni kenna;+

  • Hojii Ergamootaa 1:4, 5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Utuu isaanii wajjin walgaʼii irra jiruus akkana jedhee isaan ajaje: “Yerusaalem keessaa hin baʼinaa;+ kanaa mannaa isa Abbaan waadaa gale,+ isa waaʼee isaa ana irraa dhageessan sana eeggadhaa; 5 sababiin isaas, Yohaannis bishaaniin cuupheera; isin garuu guyyaa muraasa booda hafuura qulqulluudhaan cuuphamtu.”+

  • Hojii Ergamootaa 2:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Guyyaa Ayyaana Phenxeqosxeetti+ hundi isaanii bakka tokkotti walitti qabamanii turan.

  • Hojii Ergamootaa 2:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 achiis hundi isaanii iyyuu hafuura qulqulluudhaan guutaman;+ akkuma hafuurri dubbachuu isaan dandeessisettis qooqa* adda addaatiin dubbachuu jalqaban.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi