Yooʼel 2:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Sana booda ani foon hundumaa irratti hafuura koo nan dhangalaasa,+Ijoolleen dhiiraa fi ijoolleen durbaa keessan raajii ni dubbatu,Maanguddoonni keessan abjuu ni abjuʼatu,Dargaggoonni keessanis mulʼata ni argu.+ Maatewos 3:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Ani yaada waan geddarattaniif bishaaniin isin nan cuupha;+ inni ana booda dhufu garuu ana caalaa jabaa dha; ani kophee isaa illee isa irraa baasuuf gaʼumsa hin qabu.+ Inni hafuura qulqulluu+ fi ibiddaan isin cuupha.+ Maarqos 1:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Ani bishaaniinan isin cuuphe; inni garuu hafuura qulqulluudhaan+ isin cuupha.”
28 Sana booda ani foon hundumaa irratti hafuura koo nan dhangalaasa,+Ijoolleen dhiiraa fi ijoolleen durbaa keessan raajii ni dubbatu,Maanguddoonni keessan abjuu ni abjuʼatu,Dargaggoonni keessanis mulʼata ni argu.+
11 Ani yaada waan geddarattaniif bishaaniin isin nan cuupha;+ inni ana booda dhufu garuu ana caalaa jabaa dha; ani kophee isaa illee isa irraa baasuuf gaʼumsa hin qabu.+ Inni hafuura qulqulluu+ fi ibiddaan isin cuupha.+