LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yooʼel 2:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Sana booda ani foon hundumaa irratti hafuura koo nan dhangalaasa,+

      Ijoolleen dhiiraa fi ijoolleen durbaa keessan raajii ni dubbatu,

      Maanguddoonni keessan abjuu ni abjuʼatu,

      Dargaggoonni keessanis mulʼata ni argu.+

  • Hojii Ergamootaa 2:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Guyyaa Ayyaana Phenxeqosxeetti+ hundi isaanii bakka tokkotti walitti qabamanii turan.

  • Hojii Ergamootaa 2:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 achiis hundi isaanii iyyuu hafuura qulqulluudhaan guutaman;+ akkuma hafuurri dubbachuu isaan dandeessisettis qooqa* adda addaatiin dubbachuu jalqaban.+

  • Hojii Ergamootaa 11:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Yeroo kanatti wanta Gooftaan, ‘Yohaannis bishaaniin cuuphe,+ isin garuu hafuura qulqulluudhaan cuuphamtu’+ jedhee dubbachaa ture sana nan yaadadhe.

  • 1 Qorontos 12:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Sababiin isaas, Yihudoonnis taʼe Giriikonni, warri garbummaa jala jiranis taʼe warri bilisooman, hundumti keenya qaama tokko taʼuuf hafuura tokkoon cuuphamneerra; hundi keenya akka dhugnuufis hafuurri tokko nuuf kennameera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi