LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 23:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Hamma guyyaa Sanbata torbaffaa booda jiruutti guyyaa 50 ni lakkooftu;+ achiis aarsaa midhaan haaraa Yihowaadhaaf dhiheessaa.+

  • Keessa Deebii 16:9-11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 “Torban torba lakkaaʼi. Guyyaa yeroo jalqabaatiif haamtuudhaan midhaan haamuu jalqabde irraa kaasiitii torban torba lakkaaʼi.+ 10 Achiis akkuma Waaqni kee Yihowaan si eebbisetti, kennaa fedhiidhaan dhihaatu isa harka kee irraa kennituun+ Waaqa kee Yihowaadhaaf Ayyaana Torbeewwanii ni kabajja.+ 11 Bakka Waaqni kee Yihowaan maqaan isaa akka achi jiraatu filatuttis ati, ilmi kee, intalli tee, garbichi kee, garbittiin tee, Leewwonni magaalota* kee keessa jiran, namni biyya ormaa, daaʼimni abbaa hin qabnee* fi dubartiin abbaan manaa irraa duʼe, warri si gidduutti argaman Waaqa kee Yihowaa duratti ni gammaddu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi