Lakkoofsa 28:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 “‘Guyyaa firii jalqaba bilchaateetti,+ jechuunis yeroo kennaa midhaanii isa haaraa Yihowaadhaaf dhiheessitanitti,+ ayyaana torbeewwanii keessaniitti walgaʼii qulqulluu godhadhaa.+ Guyyaa kanatti hojii cimaa akkamii iyyuu hin hojjetinaa.+
26 “‘Guyyaa firii jalqaba bilchaateetti,+ jechuunis yeroo kennaa midhaanii isa haaraa Yihowaadhaaf dhiheessitanitti,+ ayyaana torbeewwanii keessaniitti walgaʼii qulqulluu godhadhaa.+ Guyyaa kanatti hojii cimaa akkamii iyyuu hin hojjetinaa.+