Baʼuu 23:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Kana malees, ayyaana firii jalqabaa dadhabbii keetii isa maasii kee irratti facaastee, jechuunis Ayyaana Makaraa* kabaji.+ Akkasumas dhuma waggichaatti yommuu firii dadhabbii keetii maasii kee irraa galfattu Ayyaana Midhaan Sassaabbii* kabaji.+
16 Kana malees, ayyaana firii jalqabaa dadhabbii keetii isa maasii kee irratti facaastee, jechuunis Ayyaana Makaraa* kabaji.+ Akkasumas dhuma waggichaatti yommuu firii dadhabbii keetii maasii kee irraa galfattu Ayyaana Midhaan Sassaabbii* kabaji.+