Lakkoofsa 28:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 “‘Guyyaa firii jalqaba bilchaateetti,+ jechuunis yeroo kennaa midhaanii isa haaraa Yihowaadhaaf dhiheessitanitti,+ ayyaana torbeewwanii keessaniitti walgaʼii qulqulluu godhadhaa.+ Guyyaa kanatti hojii cimaa akkamii iyyuu hin hojjetinaa.+ Keessa Deebii 16:9, 10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 “Torban torba lakkaaʼi. Guyyaa yeroo jalqabaatiif haamtuudhaan midhaan haamuu jalqabde irraa kaasiitii torban torba lakkaaʼi.+ 10 Achiis akkuma Waaqni kee Yihowaan si eebbisetti, kennaa fedhiidhaan dhihaatu isa harka kee irraa kennituun+ Waaqa kee Yihowaadhaaf Ayyaana Torbeewwanii ni kabajja.+ Hojii Ergamootaa 2:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Guyyaa Ayyaana Phenxeqosxeetti+ hundi isaanii bakka tokkotti walitti qabamanii turan.
26 “‘Guyyaa firii jalqaba bilchaateetti,+ jechuunis yeroo kennaa midhaanii isa haaraa Yihowaadhaaf dhiheessitanitti,+ ayyaana torbeewwanii keessaniitti walgaʼii qulqulluu godhadhaa.+ Guyyaa kanatti hojii cimaa akkamii iyyuu hin hojjetinaa.+
9 “Torban torba lakkaaʼi. Guyyaa yeroo jalqabaatiif haamtuudhaan midhaan haamuu jalqabde irraa kaasiitii torban torba lakkaaʼi.+ 10 Achiis akkuma Waaqni kee Yihowaan si eebbisetti, kennaa fedhiidhaan dhihaatu isa harka kee irraa kennituun+ Waaqa kee Yihowaadhaaf Ayyaana Torbeewwanii ni kabajja.+