-
Leewwota 23:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 “‘Guyyaa Sanbata booda jiru sana irraa, jechuunis guyyaa bissii aarsaa sochoofamu+ itti fiddan sana irraa jalqabee sanbatawwan torba ni lakkooftu. Sanbatawwan kun torbeewwan guutuu taʼuu qabu.
-