Keessa Deebii 16:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 “Oobdii kee, akkasumas bakka zayitii fi wayinii kee itti cuunfitu irraa oomisha kee yommuu galfattu guyyaa torbaaf Ayyaana Daasii* kabaji.+ Nahimiyaa 8:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Isaanis Seera Yihowaan karaa Musee ajaje keessatti, yaanni Israaʼelonni tibba ayyaana isa jiʼa torbaffaatti kabajamuutti daasii* keessa taaʼuu akka qaban ibsu barreeffamee argatan;+ Yohaannis 7:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Haa taʼu malee, ayyaanni Yihudootaa inni Ayyaana Godoo Qulqulluu*+ jedhamu dhihaatee ture.
13 “Oobdii kee, akkasumas bakka zayitii fi wayinii kee itti cuunfitu irraa oomisha kee yommuu galfattu guyyaa torbaaf Ayyaana Daasii* kabaji.+
14 Isaanis Seera Yihowaan karaa Musee ajaje keessatti, yaanni Israaʼelonni tibba ayyaana isa jiʼa torbaffaatti kabajamuutti daasii* keessa taaʼuu akka qaban ibsu barreeffamee argatan;+