- 
	                        
            
            Lakkoofsa 29:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
12 “‘Jiʼa torbaffaa keessaa guyyaa 15ffaatti walgaʼii qulqulluu godhadhaa. Guyyaa kanatti hojii cimaa akkamii iyyuu hin hojjetinaa; guyyaa torbaaf Yihowaadhaaf ayyaana kabajaa.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Keessa Deebii 31:10, 11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
10 Akkanas jedhee isaan ajaje: “Dhuma waggoota torbaa hundumaatti, waggaa liqiin itti namaaf dhiifamu+ keessaa yeroo murteeffametti, jechuunis yeroo Ayyaana Daasiitti,*+ 11 guutummaan Israaʼel bakka Waaqni kee Yihowaan filatetti isa duratti yommuu dhihaatanitti,+ guutummaan Israaʼel utuma dhagaʼuu Seera kana dubbisi.+
 
 -