LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 34:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 “Midhaan yeroo qamadiin haamamutti gaʼu keessaa isa jalqabaatiin Ayyaana Torbeewwanii kabaji; dhuma waggichaatti immoo Ayyaana Midhaan Sassaabbii* kabaji.+

  • Keessa Deebii 16:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 “Torban torba lakkaaʼi. Guyyaa yeroo jalqabaatiif haamtuudhaan midhaan haamuu jalqabde irraa kaasiitii torban torba lakkaaʼi.+ 10 Achiis akkuma Waaqni kee Yihowaan si eebbisetti, kennaa fedhiidhaan dhihaatu isa harka kee irraa kennituun+ Waaqa kee Yihowaadhaaf Ayyaana Torbeewwanii ni kabajja.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi