-
Hojii Ergamootaa 10:45, 46Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
45 Hafuurri qulqulluun inni Waaqayyo tola kennu saboota kaan irrattis waan dhangalaʼeef, amantoonni* dhaqna qabatanii fi Pheexirosii wajjin dhufan ni dinqisiifatan. 46 Sababiin isaas, yommuu isaan afaan ormaatiin dubbatanii fi Waaqayyoof ulfina kennan isaan dhagaʼaa turan.+ Achiis Pheexiros akkana jedhe:
-
-
1 Qorontos 12:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Isa tokkoof karaa hafuura sanaa kennaa ogummaadhaan dubbachuutu kennama; isa tokkoof immoo hafuuruma sanaan dandeettii beekumsaan dubbachuutu kennama;
-