Hojii Ergamootaa 2:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Guyyaa Ayyaana Phenxeqosxeetti+ hundi isaanii bakka tokkotti walitti qabamanii turan. Hojii Ergamootaa 2:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 achiis hundi isaanii iyyuu hafuura qulqulluudhaan guutaman;+ akkuma hafuurri dubbachuu isaan dandeessisettis qooqa* adda addaatiin dubbachuu jalqaban.+ Hojii Ergamootaa 19:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Yommuu Phaawulos harka isaa isaan irra kaaʼu hafuurri qulqulluun isaan irra buʼe;+ isaanis afaan ormaatiin dubbachuu fi raajii dubbachuu jalqaban.+
4 achiis hundi isaanii iyyuu hafuura qulqulluudhaan guutaman;+ akkuma hafuurri dubbachuu isaan dandeessisettis qooqa* adda addaatiin dubbachuu jalqaban.+
6 Yommuu Phaawulos harka isaa isaan irra kaaʼu hafuurri qulqulluun isaan irra buʼe;+ isaanis afaan ormaatiin dubbachuu fi raajii dubbachuu jalqaban.+