LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maarqos 1:7, 8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Inni akkana jedhee lallaba ture: “Namni ana caalaa jabaa taʼe tokko na booda dhufaa jira; ani gad jedhee hidhaa kophee isaa illee hiikuuf gaʼumsa hin qabu.+ 8 Ani bishaaniinan isin cuuphe; inni garuu hafuura qulqulluudhaan+ isin cuupha.”

  • Yohaannis 1:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Anumti iyyuu isa hin beekun ture; inni bishaaniin akkan cuuphu na erge sun garuu, ‘Hafuurri gad buʼee yommuu isa irra buufatu+ inni argitu, isa hafuura qulqulluutiin cuuphu+ sana dha’ naan jedhe.

  • Hojii Ergamootaa 2:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Guyyaa Ayyaana Phenxeqosxeetti+ hundi isaanii bakka tokkotti walitti qabamanii turan.

  • Hojii Ergamootaa 2:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 achiis hundi isaanii iyyuu hafuura qulqulluudhaan guutaman;+ akkuma hafuurri dubbachuu isaan dandeessisettis qooqa* adda addaatiin dubbachuu jalqaban.+

  • 1 Qorontos 12:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Sababiin isaas, Yihudoonnis taʼe Giriikonni, warri garbummaa jala jiranis taʼe warri bilisooman, hundumti keenya qaama tokko taʼuuf hafuura tokkoon cuuphamneerra; hundi keenya akka dhugnuufis hafuurri tokko nuuf kennameera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi