Yohaannis 14:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Gargaaraan, jechuunis hafuurri qulqulluun inni Abbaan maqaa kootiin ergu sun garuu wanta hunda isin barsiisa; wantoota ani isinitti hime hundas isin yaadachiisa.+ Yohaannis 16:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Inni,* jechuunis hafuurri dhugaa yommuu dhufu+ garuu, gara dhugaa hundumaatti isin qajeelcha; sababiin isaas, inni wanta dhagaʼe dubbata, akkasumas wantoota dhufan isin beeksisa malee ofii isaatiin kakaʼee hin dubbatu.+
26 Gargaaraan, jechuunis hafuurri qulqulluun inni Abbaan maqaa kootiin ergu sun garuu wanta hunda isin barsiisa; wantoota ani isinitti hime hundas isin yaadachiisa.+
13 Inni,* jechuunis hafuurri dhugaa yommuu dhufu+ garuu, gara dhugaa hundumaatti isin qajeelcha; sababiin isaas, inni wanta dhagaʼe dubbata, akkasumas wantoota dhufan isin beeksisa malee ofii isaatiin kakaʼee hin dubbatu.+