2 Saamuʼel 23:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Hafuurri Yihowaa karaa kootiin ni dubbate;+Dubbiin isaas arraba koo irra ture.+ 2 Ximotewos 3:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Kitaabonni Qulqulluun hundi geggeessaa hafuura Waaqayyootiin kan barreeffaman+ yeroo taʼu, barsiisuuf,+ balleessaa hubachiisuuf, wanta hundumaa sirreessuuf, qajeelummaadhaan leenjisuuf* fayyadu;+ 2 Pheexiros 1:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Sababiin isaas, raajiin yoom iyyuu fedhii namaatiin hin dhufne;+ kanaa mannaa, namootatu ergaa Waaqayyo biraa dhufe hafuura qulqulluudhaan geggeeffamee* dubbate.+
16 Kitaabonni Qulqulluun hundi geggeessaa hafuura Waaqayyootiin kan barreeffaman+ yeroo taʼu, barsiisuuf,+ balleessaa hubachiisuuf, wanta hundumaa sirreessuuf, qajeelummaadhaan leenjisuuf* fayyadu;+
21 Sababiin isaas, raajiin yoom iyyuu fedhii namaatiin hin dhufne;+ kanaa mannaa, namootatu ergaa Waaqayyo biraa dhufe hafuura qulqulluudhaan geggeeffamee* dubbate.+