Asteer 2:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Gosa Biiniyaam+ keessaa ilma Yaaʼir, ilma Shimeʼii, ilma Qiish kan taʼe namni Yihudii maqaan isaa Mordekaay+ jedhamu tokko dahoo* Shushaan*+ keessa jira ture; Asteer 8:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Kanaafuu, Ahaashweros Mootichi Asteer Mootittii fi Mordekaay Yihudichaan akkana jedhe: “Kunoo, Haamaan Yihudoota miidhuuf mala waan qopheesseef,* ani mana isaa Asteeriif kenneera;+ innis jirma irratti akka fannifamu godheera.+
5 Gosa Biiniyaam+ keessaa ilma Yaaʼir, ilma Shimeʼii, ilma Qiish kan taʼe namni Yihudii maqaan isaa Mordekaay+ jedhamu tokko dahoo* Shushaan*+ keessa jira ture;
7 Kanaafuu, Ahaashweros Mootichi Asteer Mootittii fi Mordekaay Yihudichaan akkana jedhe: “Kunoo, Haamaan Yihudoota miidhuuf mala waan qopheesseef,* ani mana isaa Asteeriif kenneera;+ innis jirma irratti akka fannifamu godheera.+