Faarfannaa 78:40, 41 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 40 Isaan lafa onaa keessatti siʼa meeqa isa irratti fincila kaasan!+ Gammoojjii keessattis siʼa meeqa isa gaddisiisan!+ 41 Irra deddeebiʼanii Waaqayyoon ni qoran,+Isa Qulqulluu kan Israaʼelis ni gaddisiisan.*
40 Isaan lafa onaa keessatti siʼa meeqa isa irratti fincila kaasan!+ Gammoojjii keessattis siʼa meeqa isa gaddisiisan!+ 41 Irra deddeebiʼanii Waaqayyoon ni qoran,+Isa Qulqulluu kan Israaʼelis ni gaddisiisan.*