LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 14:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Haa taʼu malee, namoota ulfina koo fi mallattoowwan koo+ warra ani biyya Gibxii keessattii fi lafa onaa keessatti raawwadhe kan argan taʼus warra yeroo kudhan na qoranii+ fi sagalee koo hin dhageenye+ kana keessaa tokko illee

  • Keessa Deebii 6:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 “Akkuma Maasaatti isa qortanitti+ Waaqa keessan Yihowaa hin qorinaa.+

  • Faarfannaa 95:8, 9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Akkuma Mariibaatti* taʼetti,+

      Akkuma lafa onaa keessatti guyyaa Maasaatti* taʼettis+ garaa keessan didaa hin godhinaa;

       9 Yeroo sanatti abbootiin keessan na qoraniiru;+

      Hojiiwwan koo kan argan taʼus, na shakkaniiru.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi