LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 17:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Kanaafuu sabichi, “Bishaan dhugnu nuuf kenni” jedhanii Musee loluu jalqaban.+ Museen garuu, “Maaliif naan loltu? Maaliif Yihowaa qortu?”+ isaaniin jedhe.

  • Faarfannaa 95:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Yeroo sanatti abbootiin keessan na qoraniiru;+

      Hojiiwwan koo kan argan taʼus, na shakkaniiru.+

  • Faarfannaa 106:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Lafa onaa keessatti fedhii ofittummaa isaaniitiif ni moʼaman;+

      Gammoojjii keessatti Waaqayyoon ni qoran.+

  • Ibroota 3:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Kan dhagaʼan taʼan iyyuu warri aarii guddaadhaaf isa kakaasan eenyufaa turan? Warra geggeessaa Museetiin Gibxii keessaa baʼan hunda hin turree?+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi