LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 17:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Kanaafuu sabichi, “Bishaan dhugnu nuuf kenni” jedhanii Musee loluu jalqaban.+ Museen garuu, “Maaliif naan loltu? Maaliif Yihowaa qortu?”+ isaaniin jedhe.

  • Faarfannaa 78:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Nyaata dharraʼan* irra deddeebiʼanii gaafachuudhaan,

      Garaa isaaniitti Waaqayyoon ni morkatan.*+

  • 1 Qorontos 10:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Akkuma isaan keessaa tokko tokko isa qoranii bofaan balleeffaman,+ nutis Yihowaa* qoruu irraa haa fagaannu.+

  • Ibroota 3:8, 9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 akka yeroo dheekkamsa guddaadhaaf na kakaasan sanaa, akka guyyaa lafa onaa keessatti na qoran sanaa garaa keessan didaa hin godhinaa;+ 9 abbootiin keessan waggaa 40f hojiiwwan koo kan ilaalan taʼus iddoo sanatti na qoran.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi